A/H/Deeg.B/Q/H/N
- A/H/Deeg. Bulchiinsa Humna Namaa
- Odeeffannoo ragaa qaxara haaraa, jijjiirraa, gudina sadarkaa, daballii miindaa, hojiirraa gaggeeffamuu, iyyataafi komii hojjataafi bu’aa madaallii raawwii hojii humna namaa qoheessuu;
- Gurmaa’iinsa Caasaafi ramaddii hojjattootaa akkasumas, jijjiirraa imaammataa, jijjiirama ergama mana hojichaa, jijjiirama bal’inaafi walxaxiinsa hojii, jijjiirama teeknoloojii haaraa,fi fedhii maamilaafi haala naannoofi kkf raawwachuu;
- Karoora humna namaafi madaallii raawwii hojii gaggeessuu;
- Hojjattoonni leenjii akka argatan qindeessuu;
- Naamusa hojjattoonni hojiirratti hojiirratti qaban hordofuu;
- Komiiwwan hojjettootarraa dhiyaatan keessummeessuun furmaata laachuu;
- Tajaajila dheeressuufi raawwii sooramaa keessummeessuu;
- Kaffaltii miindaa hojjattootaa baatii baatiin mirkaneessuun akka kaffalamu taasisuu;