A/H/Ijoo Kenna Deeggarsa Ogummaa,
- A/H/Ijoo Kenna Deeggarsa Ogummaa,
- Koreewwan Dhaabbii Caffeetiif deeggarsa ogummaa kennuu;
- Komiiwwan uummatarraa dhiyaatan qindeessuun qaama dhimmi ilaaluuf dabarsuu;
- Labsiiwwan manneen hojii mootummaarraa dhiyaatan gulaaluun maxxansuu;
- Qaboo Yaa’ii Walgahii Caffee qindeessuu;