A/H/I/Dhim.Kom.fi Bul.Odee.
- A/H/Ijoo Dhimmoota Koomunikeeshiniifi Bulchiinsa Odeeffannoo
Gareewwan hojii sadii of jalaa qaba.
- Garee Koomunikeeshinii
- Miidiyaalee biyya keessaa waliin ta’uun hojii Caffichi alaafi keessatti hojjetu beeksisuu;
- Maxxansaalee adda addaa qopheessuun beeksisuu;
- Garee ICT
- Meeshaalee elektirooniksii waajjiraa suphuu;
- Weebsaayitii waajjiraa bulchuu
- Manneen Maree Aanaaleefi Magaalotaafi WACO Woreda Net iin walqunnamsiisuufi raawwii isaanii hordofuu
- Garee Mana Kitaabaafi Dookumanteeshinii
- Hojjetoonni WACOfi miseensonni Caffee tajaajila ergisa kitaabaa kennuu;
- Walgahiiwwan, leenjiiwwan, koonfiransiiwwan, daawwannaa adda addaafi muuxannoo wal jijjiirraa qaamolee biroo waliin taasifaman dookumantiin jiildessuun, suuraafi suur sagaleen qindeessanii kaa’uu;