**** 𝐂𝐀𝐅𝐅𝐄𝐄 - (𝐌𝐮𝐝𝐝𝐞 𝟐𝟕, 𝟐𝟎𝟏𝟓): Koreewwan Dhaabbii Caffee, kaayyolee muummeyyii hordoffiifi to’annoo jahan seeraan kennamaniif giddu gala godhachuun Godinaalee Oromiyaa 8, Aanaalee 11, Magaalota 12fi gandoota baadiyyaafi magaalaa adda addaa...
Gutuu isaa Dubbisuuf*** Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan, Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa 17ffaa bara kana kabajne irratti aadaafi duudhaan ummata Oromoo addunyaafi ummata biyya keenyaaf hojiin beeksisuu hojjetamee jira jedhan. Ayyaana...
Gutuu isaa Dubbisuuf𝐊𝐨𝐫𝐞𝐞𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞, 𝐤𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐥𝐞𝐞 𝐦𝐮𝐮𝐦𝐦𝐞𝐲𝐲𝐢𝐢 𝐬𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐚’𝐚𝐧 𝐠𝐢𝐝𝐝𝐮 𝐠𝐚𝐥𝐚 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐟𝐢𝐢𝐟𝐢 𝐭𝐨’𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐝𝐢𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧 𝐢𝐛𝐬𝐚𝐧 - 𝐴𝑓𝑦𝑎𝑎’𝑖𝑖 𝐶𝑎𝑓𝑓𝑒𝑒 𝑂𝑟𝑜𝑚𝑖𝑦𝑎𝑎 𝐾𝑎𝑏. 𝐴𝑎𝑑𝑑𝑒 𝑆𝑎’𝑎𝑎𝑑𝑎𝑎 𝐴𝑏𝑑𝑢𝑟𝑎ℎ𝑚𝑎𝑎𝑛 **** Koreewwan Dhaabbii Caffee, hordoffiifi to’annoo...
Gutuu isaa Dubbisuuf**** Koreewwan Dhaabbii Caffee, hordoffiifi to’annoo marsaa 1ffaa kan walakkaa waggaa boru irraa eegalee, Godinaalee Oromiyaa saddeet keessatti ni gaggeessu. Koreewwan Dhaabbii wayita gara ummataatti gadi bu’an, kaayyolee muummeyyii hordoffiifi to’annoo seeraan...

Gutuu isaa DubbisuufOffice Opening hour
Monday - Friday: Morning: 08:30am - 12:30 pm Afternoon: 01:30 pm - 05:30 pm
CALL US: Tel: +251-113-72-62-18
Fax: +251-113- 71-48-04
P.O. Box:21383 - 1000