Mata Duree

CAFFEE – (Adoolessa 14,2014): Manneen Murtii Aadaa hundeessine yeroo gabaabaatti bu’aa olaanaa kan buusan yoo ta’u, galteewwan nuuf kennaman ammoo fudhannee irratti hojjanna kan jedhan Pireezidaantii I/Aanaa MMWO Kab. Obbo Guyyoo Waariyooti.

CAFFEE – (Adoolessa 14,2014): Manneen Murtii Aadaa hundeessine yeroo gabaabaatti bu’aa olaanaa kan buusan yoo ta’u, galteewwan nuuf kennaman ammoo fudhannee irratti hojjanna kan jedhan Pireezidaantii I/Aanaa MMWO Kab. Obbo Guyyoo Waariyooti.
Dura Taa’aan Koree Dhaabbii Dhimma Bulchiinsaa, Seeraafi Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa Kab. Obbo Naasir HUseen hordoffiifi to’annoo taasisaa turaniin, dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadu jedhan keessaa, riifoormiin manneen murtii keessatti jalqabe cimee itti fufuu akka qabu, qaamolee ragaa sobaa dhiyeessan irratti tarkaanfiin fudhatamuu akka qabuufi qulqullina tajaajila abbaa seerummaan dhimmoota dantaa mootummaafi ummataa irratti xiyyeeffannoo addaa kennamuu akka qabu isaan ijoodha.
Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf:
Nu Hordofaa!
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Seeronni bara kana ragga’an duudhaa Oromoo giddu gala kan godhatan yoo ya’u, Labsiin Buusaa Gonofaa - aadaa walgargaarsa Oromoon Sirna Gadaan itti fayyadamaa ture deebisanii dhaabuuf, dagaagsuufi bu’uura dhalootaa taasisuuf...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Argannoolee Odiitii herreega baroota dabranii maallaqaan akka deebi’uuf yaanni itti kennamee ture kan akka kaffaltii caalmaa, baasii seeraan alaa, kuufama herreega galii gibiraa, taaksiifi galii hir’inaan sassaabame ilaalchisee manneen hojii...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Gosoonni odiitii bara kana gaggeeffamaa turan, raawwii odiitii faayinaansiifi seera qabeessummaa, odiitii intiriimii, odiitii addaa, odiitii raawwiifi odiitii naannooti. Bara 2013 hordoffii argannoowwan odiitii gabaafaman irratti tarkaanfii fudhachuu isaanii mirkaneessuuf karoorfame...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

CAFFEE – (Adoolessa 14,2014): Manneen Murtii Aadaa hundeessine yeroo gabaabaatti bu’aa olaanaa kan buusan yoo ta’u, galteewwan nuuf kennaman ammoo fudhannee irratti hojjanna kan jedhan Pireezidaantii I/Aanaa MMWO Kab. Obbo...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Kaayyoon hundeeffama Mana Murtii Aadaa ummanni keenya seera aadaafi duudhaa bu’uureffachuun wal diddaa akka hiikkatu taasisuu, kenna haqaa seera aadaa irratti hundaa’e, dhugaafi haqa baasuun hariiroo hawaasummaa waldhabdootaa cimsuu danda’u...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  __//__ Qulqullina tajaajila abbaa seerummaa fooyyessuuf, loogiirraa bilisa, fayyaalummaa, gahumsi ogummaa, qabiinsa maamilaafi dhimmoota walfakkaatan irratti murtii walfaakkaataan kennuun qulqullina hojii keenyaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjechaa turuu isaanii gabaasa Caffeef dhiyeessan...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000