CAFFEE – (Adoolessa 13,2014):- Pireezidaantiin MNO Kab. Obbo Shimallis Abdiisaa gaaffilee Miseensota Caffeerraa ka’aniif ibsa waliigalaa kennan keessatti:

 
__//__
 Mootummaan Naannoo Oromiyaa caasaa mootummaa ummata biraan gahuuf caasaa Gandaa cimsuu irratti xiyyeeffatee hojjechaa jira jedhan.
 Qabsoon keenya misooma qabatamaan ummata keenya fayyadamaa gochuudha;
 Egeree keenya tolchuuf barnoota irratti xiyyeeffannee hojjechaa jirra.