Mata Duree

CAFFEE – (Caamsaa 23, 2014) - Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa hojiiwwan misoomaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa Dodolaa keessatti hojjatamaa jiran daawwatan

.
__//__
Caffee Oromiyaatti, Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Dhimma Misooma Magaalaa Kab. Obbo Abdulqaadir Huseeniin kan durfamu korichi, daandii koobiliifi teeraazoo, magariisummaa keessoo magaalaafi sheediiwwan ijaaramaa jiran daawwate.
Misoomaawwan bu’uuraa hojjatamaa jiran guddina magaalichaa saffisiisuuf kan abdii namatti horu ta’uu ibsuun, hojiiwwan akkasii irratti hirmaannaa hawaasaan deeggarree osoo hojjannee ammoo kana caalaa jijjiirama bu’uuraa fiduu dandeenya jedhan Obbo Abdulqaadir.
Kantiibaan Magaalichaa Obbo Jamaal Abbaagaroo, pirojektota 22 Qar. Miil. 47n hojjatamaa jiran keessaa 11 xumuramanii kan jiran yommuu ta’u, kan hafanis bara kana akka xumuuramaniif hojjachaa jiraachuu ibsu
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE – (Waxabajjii…

CAFFEE – (Waxabajjii 16/2014): Caffeen Oromiyaa, Manneen Maree Ummataa sadarkaan jiran cimsuuf xiyyeeffannoo addaan hojjata kan jedhan Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’adaa Abdurahmaani.

  __//__ Caffeen Oromiyaa, Afyaa’ota Manneen Maree Aanaaleefi Magaalota Oromiyaa waliin gamaaggama Raawwii Hojii Bara 2014 Magaalaa Adaamaatti gaggeessaa jiru irratti kan argaman Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’adaa Abdurahmaan, barri 2014...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Waxabajjii…

  __//__ Hawaasa nagaan jiraatu irratti murni shororkeessaa ABO-Shanee ajjeechaa gara jabinaa raawwateen, Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii Ganda Toleetti lubbuu lammiilee nagaa darbeefi qabeenyaa manca'eef; Caffeen Mootummaa Naannoo Oromiyaa, gocha lammiilee nagaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Waxabajjii…

  __//__ Argannoon Odiitii Keessaa Biiroo Maallaqa Oromiyaafi Odiitiin Waliigalaa Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaatiin gaggeeffamaa ture hooggansi manneen hojii lamaanii walduraa duubaan bu'aa argannoo odiitii isaanii gabaasa dhiyeessaniiru. Hoogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Waxabajjii…

  __//__ Argannoon Odiitii Keessaa Biiroo Maallaqa Oromiyaafi Odiitiin Waliigalaa Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaatiin gaggeeffamaa ture hooggansi manneen hojii lamaanii walduraa duubaan bu'aa argannoo odiitii isaanii gabaasa dhiyeessaniiru. Hoogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Waxabajjii…

  __//__ Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Jilli Koree Dhaabbii Dhimmoota Seeraa, Haqaafi Demokiraasii tarkaanfii mootummaan naannichaa seera kabachiisuuf fudhachaa jiru ilaalchisee Godinaalee, Aanaaleefi Magaalota muraasa keessatti daawwannaa qaamaa taasisu sababeeffachuun Waajjira...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Waxabajjii…

CAFFEE - (Waxabajjii 08,2014): Caffeen Oromiyaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti argamuun muuxannoo hojii qooddate.

  __//__ Jila I/G/Waajjira Caffee Oromiyaa Kab. Obbo Indaashaw Birhaanuu, Dura Taa'ota Koreewwan Dhaabbii Caffeefi Daarikteerota of keessaa qabuun 'ANAA DHUFU' kan jedhan Afyaa'ii I/Aantuu Mana Marichaa Kab. Aadde Loomii Badhooti. Jilli kun...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000