Mata Duree

CAFFEE- (Caamsaa 23,2014): Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Iluutti qaamolee hawaasaa waliin marii'achuun hojiiwwan misoomaas daawwate.

 
__//__
Caffee Oromiyaatti, Dura Taa'aan Koree Dhaabbii Dhimma Bulchiinsaa, Seeraafi Misooma Namaa Kab. Obbo Naasir Huseeniin durfamu, dhimma fayyaa, galteewwan qonnaa, raawwii piroojeektotaafi kenna tajaajilaa irratti hawaasa aanichaa waliin mari’ate.
Marii kanaan, yaala fayyaan walqabatee inshuraansiin hawaasaa nu fayyadeera kan jedhan jiraattonni, qoricha argachuufi xaa’oofi sanyiin filatamaa gahaan kan hin jirreefi kan jirus qaalii ta’uu irratti rakkoo qabna jedhan.
Dhimmi piroojeektii bishaan Awaash sadarkaa Naannootti furmaata argachuu qaba kan jedhan, sadarkaa aanaattis piroojeektonni jallisii saddeet (😎 hojjetamanii tajaajila kennaa kan hin jirre ta’uu ibsu jiraattonni.
Koreewwan Dhaabbii Caffees, komii hawaasaa bu’uura godhachuun hojiiwwan misoomaa komiin irratti ka’e daawwateera.
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE – (Waxabajjii…

CAFFEE – (Waxabajjii 16/2014): Caffeen Oromiyaa, Manneen Maree Ummataa sadarkaan jiran cimsuuf xiyyeeffannoo addaan hojjata kan jedhan Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’adaa Abdurahmaani.

  __//__ Caffeen Oromiyaa, Afyaa’ota Manneen Maree Aanaaleefi Magaalota Oromiyaa waliin gamaaggama Raawwii Hojii Bara 2014 Magaalaa Adaamaatti gaggeessaa jiru irratti kan argaman Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’adaa Abdurahmaan, barri 2014...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Waxabajjii…

  __//__ Hawaasa nagaan jiraatu irratti murni shororkeessaa ABO-Shanee ajjeechaa gara jabinaa raawwateen, Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii Ganda Toleetti lubbuu lammiilee nagaa darbeefi qabeenyaa manca'eef; Caffeen Mootummaa Naannoo Oromiyaa, gocha lammiilee nagaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Waxabajjii…

  __//__ Argannoon Odiitii Keessaa Biiroo Maallaqa Oromiyaafi Odiitiin Waliigalaa Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaatiin gaggeeffamaa ture hooggansi manneen hojii lamaanii walduraa duubaan bu'aa argannoo odiitii isaanii gabaasa dhiyeessaniiru. Hoogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Waxabajjii…

  __//__ Argannoon Odiitii Keessaa Biiroo Maallaqa Oromiyaafi Odiitiin Waliigalaa Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaatiin gaggeeffamaa ture hooggansi manneen hojii lamaanii walduraa duubaan bu'aa argannoo odiitii isaanii gabaasa dhiyeessaniiru. Hoogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Waxabajjii…

  __//__ Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Jilli Koree Dhaabbii Dhimmoota Seeraa, Haqaafi Demokiraasii tarkaanfii mootummaan naannichaa seera kabachiisuuf fudhachaa jiru ilaalchisee Godinaalee, Aanaaleefi Magaalota muraasa keessatti daawwannaa qaamaa taasisu sababeeffachuun Waajjira...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Waxabajjii…

CAFFEE - (Waxabajjii 08,2014): Caffeen Oromiyaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti argamuun muuxannoo hojii qooddate.

  __//__ Jila I/G/Waajjira Caffee Oromiyaa Kab. Obbo Indaashaw Birhaanuu, Dura Taa'ota Koreewwan Dhaabbii Caffeefi Daarikteerota of keessaa qabuun 'ANAA DHUFU' kan jedhan Afyaa'ii I/Aantuu Mana Marichaa Kab. Aadde Loomii Badhooti. Jilli kun...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000