CAFFEE – (Caamsaa 22, 2014): Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godina Baalee Aanaa Goorootti hojiiwwan misoomaa daawwachuun qaamolee hawaasaa waliinis mari’ate.
__//__ Caffeen Oromiyaa, Afyaa’ota Manneen Maree Aanaaleefi Magaalota Oromiyaa waliin gamaaggama Raawwii Hojii Bara 2014 Magaalaa Adaamaatti gaggeessaa jiru irratti kan argaman Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’adaa Abdurahmaan, barri 2014...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Hawaasa nagaan jiraatu irratti murni shororkeessaa ABO-Shanee ajjeechaa gara jabinaa raawwateen, Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii Ganda Toleetti lubbuu lammiilee nagaa darbeefi qabeenyaa manca'eef; Caffeen Mootummaa Naannoo Oromiyaa, gocha lammiilee nagaa...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Argannoon Odiitii Keessaa Biiroo Maallaqa Oromiyaafi Odiitiin Waliigalaa Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaatiin gaggeeffamaa ture hooggansi manneen hojii lamaanii walduraa duubaan bu'aa argannoo odiitii isaanii gabaasa dhiyeessaniiru. Hoogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Argannoon Odiitii Keessaa Biiroo Maallaqa Oromiyaafi Odiitiin Waliigalaa Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaatiin gaggeeffamaa ture hooggansi manneen hojii lamaanii walduraa duubaan bu'aa argannoo odiitii isaanii gabaasa dhiyeessaniiru. Hoogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Jilli Koree Dhaabbii Dhimmoota Seeraa, Haqaafi Demokiraasii tarkaanfii mootummaan naannichaa seera kabachiisuuf fudhachaa jiru ilaalchisee Godinaalee, Aanaaleefi Magaalota muraasa keessatti daawwannaa qaamaa taasisu sababeeffachuun Waajjira...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Jila I/G/Waajjira Caffee Oromiyaa Kab. Obbo Indaashaw Birhaanuu, Dura Taa'ota Koreewwan Dhaabbii Caffeefi Daarikteerota of keessaa qabuun 'ANAA DHUFU' kan jedhan Afyaa'ii I/Aantuu Mana Marichaa Kab. Aadde Loomii Badhooti. Jilli kun...
Gutuu isaa DubbisuufOffice Opening hour
Monday - Friday: Morning: 08:30am - 12:30 pm Afternoon: 01:30 pm - 05:30 pm
CALL US: Tel: +251-113-72-62-18
Fax: +251-113- 71-48-04
P.O. Box:21383 - 1000