CAFFEE - (Sadaasa 09, 2014): Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii Kurmaana 1ffaa Bara 2014 sektaroota saddeet( gamaaggameera.
__//__ Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan qindeessitoota Godinaalee Miseensota Caffee ta’an waliin Finfinnee Waajjira isaaniitti mari’ataniiru. Marii qindeessitoota godinaalee waliin taasisaniin, miseensonni Caffee Oromiyaa bu’uura Labsii 241/2014fi Labsicha hojiirra oolchuuf...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Abbaan Taayitaa Saayinsiifi Tekinoolojii Oromiyaafi Piroojektii Giddu Gala STI Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti ijaaruuf karoorfate ilaalchiisee hooggansa Caffeefi qooda fudhattoota dhimmi ilaaluu waliin Bishooftuutti mari'ate. Ijaarsi piroojektii kun akka naannoofi biyyaatti sochii...
Gutuu isaa Dubbisuuf. __//__ Waltajjii Marii Deeggarsa Hidha Haaromsaa Guddichaaf taasifamu irratti hoggansiifi hojjettoonni Waajjira Caffee Oromiyaa sadarkaa Piroojeektichi irra jiru irratti marii taasisuun deeggarsa Qarshii kuma dhibba 560 ol ta'u arjoomaafi boondii bitachuuf...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Ogeessota seeraa 222 Marsaa 15ffaaf Inistitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa leenjisaa ture har'aa Magaalaa Adaamaatti eebbise. Sirna eebbaa kana irratti keessummaa kabajaa ta’uun kan argaman Afyaa’iin Caffee Oromiyaa haasawaa taasisaniin, dhimmi...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Jiddugalli kun Fulbaana Bara 2013 Korporeeshinii Ijaarsa Oromiyaan hojiinsaa kan eegaleefi yeroo sanatti baatiiwwan 18 keessatti ni xumuurama jedhamee kan karoorfame ta'us, hanga ammaatti hojiin fiizikaalaa %50 irra gahee kan...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Marii dargaggootaa mata duree "Hirmaannaa Dargaggootaa Malee Biyya Gama Hundaan Milkoofte Ijaaruun Hin Danda'amu" jedhuun Godina Harargee Lixaatti dargaggoota Aanaaleefi bulchiinsa magaalotaa godinichaarraa walitti dhufan 1500 ol hirmaachise Magaalaa Cirootti...
Gutuu isaa DubbisuufOffice Opening hour
Monday - Friday: Morning: 08:30am - 12:30 pm Afternoon: 01:30 pm - 05:30 pm
CALL US: Tel: +251-113-72-62-18
Fax: +251-113- 71-48-04
P.O. Box:21383 - 1000