Mata Duree

CAFFEE - (Fulbaana 13, 2014): Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo Yaa’ii Xumuuraa Bara Hojii Caffee 5ffaafi Yaa’ii Duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa gaggeeffamu ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kennaniir

 
_//_
Caffeen Bara Hojii 5ffaa Yaa'ii Xumuuraa Fulbaana 15 Bara 2014 Waaree Dura taa'u ilaalchisee hojiiwwan jalqabe xumuuruu waan qabuuf Wixineewwan Labsii Lama (Gurmaa'ina Caffeefi Qaama Raawwachiiftuu) yeroo dheeraaf qorannoon irratti gaggeeffamaa ture irratti mari'achuun ni mirkaneessa jedhamee eegama jedhan. Itti fufuunis, Miseensota Caffee waggoota jahan darbaniif tajaajilaa turaniif sirni gaggeessaa kan taasifamu ta'uus ibsaniiru.
Yaa'iin Duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Caffee Haaraa Fulbaana 15 Bara 2014 Waaree Booda gaggeeffamu irratti Moggaasni Mootummaa (Caffee, qaama seera raawwachiiftuufi seera hiiktuu)fi muudamoonni biroo walduraa duubaan kan raawwataman ta'uu miidiyaaleef himaniiru.

 

Yaa'iin Caffee lamaan wal duraa duubaan gaggeeffamu kunis miseensota Caffichaatiif bu'uura waamichi taasifameen argamanii mariirra kan jiraniifi miseensonni haaraanis Yaa'iin duratti hojimaata Caffee irratti ibsi gabaabaan dursee kan kennamuuf ta'uu Aadde Loomiin ibsaniiru.
Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf:
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

Muudama Itti gaafata…

Muudama Itti gaafatamaa WCO

CAFFEE - (Fulbaana 15,2014): Caffeen Oromiyaa, Obbo Indaashaw Birhaanuu I/G/Waajjira Caffee ta'anii akka tajaajilaniif muudama dhiyaate raggaaseera. Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf: Teelegraama: Https://t.me/CaffeeOromia    

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - Afyaa'iin I…

__//__ Koree Dhaabbii Dhimma Misooma Baadiyyaa 1. Obbo Diriirsaa Waaqumaa - Walitti Qabaa Koree 2. Aadde Caaltuu Tufaa - I/A/Koree Misooma Baadiyyaa 3. Aadde Addis Mitikkuu -Miseensa Koree 4. Obbo Ahimad Abdulqaadiir .. Miseensa Koree 5...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - Afyaa'iin I…

__//__ Koree Dhaabbii Dhimma Misooma Baadiyyaa 1. Obbo Diriirsaa Waaqumaa - Walitti Qabaa Koree 2. Aadde Caaltuu Tufaa - I/A/Koree Misooma Baadiyyaa 3. Aadde Addis Mitikkuu -Miseensa Koree 4. Obbo Ahimad Abdulqaadiir .. Miseensa Koree 5...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Fulbaana 1…

__//__ 1. Obbo Awwal Abdii Abdoo - I/A/Pireezidaantii MNO 2. Obbo Fiqaaduu Tasammaa - Caffeetti Bakka Bu'aa Mootummaa 3. Dr. Girmaa Amantee - Sad. I/A/Pir. Qind. Kil. Horataalee Moot. 4. Aadde Maskaram Dabbabaa -...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Fulbaana 1…

  Caffeen kabajamaan kun guyyaa har’aa Af-Yaa’ii Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’ee akkan tajaajilu ergama naa kennuusaatiif ummata Oromoo aadaafi seenaa boonsaa qabu kanaafi sabaafi sablammoota naannoo keenya keessa jiraatan biroo...

Gutuu isaa Dubbisuuf

Caffeen Muudama Afya…

Caffeen Muudama Afyaa'ii haraa taasisee

CAFFEE - (Fulbaana 15,2014): Caffeen Oromiyaa, Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan Afyaa'ii Caffee Oromiyaa ta'anii Caffee Bara Hojii 6ffaa akka gaggeessaniif filateera. Itti aansuunis, Obbo Eeliyaas Ummataa I/A/Afyaa'ii Caffee Bara Hojii 6ffaa ta'uun...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000