CAFFEE - (Adoolessa 09,2013): Caffeen Oromiyaa, Raayyaa Ittisa Biyyaaf gulantaa/goonfoo kanaan dura qaban irratti dabalataan Oromiyaa keessatti jechi #GOOTA jedhu dabalamee akka waamaman murteesseera.

 

__//__

Caffeen, Yaada Murtee Raayyaa Ittisa Rippaabiliika Demokiraatawaa Federaalawaa Itoophiyaatiif Beekkamtii Kennuuf Qophaa’e irratti mari'atee kan mirkaneesse yommuu ta'u, Yaanni kun Yaada Murtee Lak. 08 Bara 2013 ta'ee kan waamamu ta'uus Afyaa'iin Caffee Oromiyaa beeksisaniiru.

Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf:

Teelegraama: Https://t.me/CaffeeOromia

Weebsaayitii: www.caffeeoromiyaa.gov.et

Facebook: www.facebook.com/CaffeeOromia

Nu Hordofaa!No photo description available.May be an image of text