Mata Duree

CAFFEE - (Caamsaa 14, 2013): Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoon durfamu, ijaarsa Mana barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Gadaa daawwateera.

 
___//___
Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti, manni barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Gadaa bara 2013 ijaarsisaa Qar. Miil. 34 fi kuma 300 oliin eegale, turtii ji'a torbaan booda yeroo ammaa harka 95 irra ga'eera.

 

Manni barnootaa Ifa Boruu Gadaa sadarkaa 2ffaa kun, daree barnootaa 18fi bilookii 8 kan qabu, wayita xumuuramutti barattoota 720 simatee barsiisuu kan danda'u ta'uu Hoogganaan Waajjira Barnootaa Aanichaa Obbo Toleeraa Waamii jila kanaaf ibsaniiru.
Jilli Afyaa'ii Caffeen durfamu kun, dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa bara kana mana barumsaa Ifa Boruu Gadaa keessatti eegalchiisaniiru.
Jiraattonnis manni barnootaa Ifa Boruu Gadaa keessatti ijaarame, ijoolleen keenya haala salphaan akka barataniif kan gargaarudha jedhan. OBNtu gabaase.
 
 
 
 
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE - (Caamsaa 25…

  Sirna eebba kanaarratti Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo, Pireezedaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa, Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaafi Bulchaan Godiina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Caamsaa 14…

  ___//___ Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti, manni barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Gadaa bara 2013 ijaarsisaa Qar. Miil. 34 fi kuma 300 oliin eegale, turtii ji'a torbaan booda yeroo ammaa harka...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 16,2…

  __//__ Qopheessummaa Mana Maree Federeeshiniitiin Mootummoota Naannolee kanneenii kan hirmaachise waltajjichi "Ollummaa Gaariin Badhaadhina Itoophiyaaf" mata duree jedhuun taa'amaa jira. Mootummoonni Naannolee ollaa walii jiraatan dhimmoota waloo irratti waldeeggaruufi qindoominaan akka hojjetaniif...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 15,20…

  __//__ Korichi Gabaasa Biiroo Misooma Magaalaafi Manneenii, Biiroo Bulchiinsaafi Itti Fayyadama Lafaa, Biiroo Misooma Intarpiraayiziifi Industirii, Biiroo Daldalaa, Komiishinii Invastimantii, WALQO, Waldaa Aksiyoona Daldala Faayinaansii Meeshaalee Kaappitaalaa, Ejensii Dhimma Hawaasa Misoomaaf...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 15, 2…

  __//__ Korichi Gabaasa raawwii hojii Waajjira Pireezidaantii MNO, Mana Murtii Waliigalaa, Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa, Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa, Komiishinii Poolisii, Komiishinii Manneen Sirreessaa, Komiishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa, Ejensii Galmeessa Ragaalee...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Ebla 14,20…

  __//__ Koreen kun, gabaasa raawwii hojii Biiroo Paablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa, A/T/ Saayinsii, Teeknolojii Qunnamtiifi Odeeffannoofi Yuunivarsitii Naannoo Oromiyaa qorateera. Raawwii hojii Biiroo Paablik Sarvisiin walqabatee, kenniinsa tajaajilaa fooyyessuuf leenjiiwwan jijjiirama...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000