Mata Duree

CAFFEE - (Ebla 14,2013): Ittigaafatamummaa dachaa qabnu beeknee hirmaannaa nurraa eegamu taasisuun biyya keenya gara demokiraasii dhugaatti ceessisuu qabna jedhan Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo.

 
__//__
Konfiraansiin Liigii Dubartoota Partii Badhaadhinaa Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Keessummaa Kabajaa Konfiransichaa kan ta'an Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo haasawaa hirmaattota konfiransichaaf taasisaniin filannoon dhufu bilisa, hunda hirmaachisaafi demokiraatawaa taasisuuf nuti dubartoonni dirqama dachaa qabna. Kanaaf, hirmaannaa ho'aa nurraa eegamu taasisuun biyya keenya gara sirna dimokiraasii dhugaattii ceesisuutu nurraa eegama jedhan.
Gama biraatiin, qaamolee jijjiirama kana gufachiisuuf hojjetaniifi nageenya Naannoo keenyaa booressuuf fiigan fuuldura dhaabbachuun nageenya isaaniif waardiyyaa ta'uu akka qaban dhaamuun filannoo bara kanaa milkeessuu keessatti shoora irraa eegamu akka taphatanis ibsaniiru.
Dhumarrattis, #Paartii_Nagaa, #Jaalalaa fi #Obbolummaa giddu galeeffate #Paartii_Badhaadhinaa akka filatan gaafataniiru.
Odeeffannoo Dabalaataa Waayee Caffee Argachuuf:
Teelegraama Keenya Https://t.me/CaffeeOromia 'subscribe' godhaa
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya: www.caffeeoromiyaa.gov.et
Nu Hordofaa!
 
 

 

 

 

 

 

 
 
 
 
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE - (Caamsaa 25…

  Sirna eebba kanaarratti Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo, Pireezedaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa, Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaafi Bulchaan Godiina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Caamsaa 14…

  ___//___ Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti, manni barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Gadaa bara 2013 ijaarsisaa Qar. Miil. 34 fi kuma 300 oliin eegale, turtii ji'a torbaan booda yeroo ammaa harka...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 16,2…

  __//__ Qopheessummaa Mana Maree Federeeshiniitiin Mootummoota Naannolee kanneenii kan hirmaachise waltajjichi "Ollummaa Gaariin Badhaadhina Itoophiyaaf" mata duree jedhuun taa'amaa jira. Mootummoonni Naannolee ollaa walii jiraatan dhimmoota waloo irratti waldeeggaruufi qindoominaan akka hojjetaniif...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 15,20…

  __//__ Korichi Gabaasa Biiroo Misooma Magaalaafi Manneenii, Biiroo Bulchiinsaafi Itti Fayyadama Lafaa, Biiroo Misooma Intarpiraayiziifi Industirii, Biiroo Daldalaa, Komiishinii Invastimantii, WALQO, Waldaa Aksiyoona Daldala Faayinaansii Meeshaalee Kaappitaalaa, Ejensii Dhimma Hawaasa Misoomaaf...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 15, 2…

  __//__ Korichi Gabaasa raawwii hojii Waajjira Pireezidaantii MNO, Mana Murtii Waliigalaa, Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa, Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa, Komiishinii Poolisii, Komiishinii Manneen Sirreessaa, Komiishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa, Ejensii Galmeessa Ragaalee...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Ebla 14,20…

  __//__ Koreen kun, gabaasa raawwii hojii Biiroo Paablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa, A/T/ Saayinsii, Teeknolojii Qunnamtiifi Odeeffannoofi Yuunivarsitii Naannoo Oromiyaa qorateera. Raawwii hojii Biiroo Paablik Sarvisiin walqabatee, kenniinsa tajaajilaa fooyyessuuf leenjiiwwan jijjiirama...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000