Mata Duree

CAFFEE - (Guraandhala 20,2013): Jala Bultii Waggaa 125ffaa Injifannoo ADUWAAtiin Baga Isin Gahe jedhan Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo haasawaa taasisaniin.CAFFEE - (Guraandhala 20,2013): Jala Bultii Waggaa 125ffaa Injifannoo ADUWAAtiin Baga

 
****
Fardeeniifi gootota Oromoo tarsiimoo ogummaa loltummaa qaban hedduu keessaa kan akka Gabayyoo Gurmuu, Baalchaa Saafoo, Qusee Diinagdee /Fitaawuraarii Habtagoorgis/, Gabramaariyaam Gaarii gootota Oromoon biyyaaf gumaache kanneeniin alatti waa’ee injifannoo Adawaa yaaduun rakkisaadha.
Injifannoon Adawaa qabsoo bilisummaa, aasxaa kabaja biyyaa, ulfina Afirikaanotaafi gurraachotaa, akkasumas, mallattoo tokkummaa saboota, sab-lammootaafi ummattoota Itoophiyaa humna koloneeffattootaa kan ittiin jilbiinfachiise waan ta’eef, tokkummaan jiraannaan waa hunda injifachuun akka danda’amu kan nu barsiisedha Aduwaan.
Kanaaf, injifannoon Adawaa qaama seenaa boonsaa Oromoo waan ta’eef, ummanni keenya guyyaa kana, ulfina ol’aanaadhaan kan kabajuufi fuunduraafis kunuunfachaa injifannoo ittiin boonuu qabu waan ta’eef Yaa’ii Idilee 13ffaa wayita gaggeessinus jalabultii kabaja injifannoo Aduwaa waggaa 125ffaa kanatti ta’uun isaa adda isa taasisa.
Fuula Feesbuukii Keenyaan Dabalata Odeeffannoo Waayee Caffee Argachuuf:
Teelegraama Keenya Https://t.me/CaffeeOromia 'subscribe' godhaa
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya: www.caffeeoromiyaa.gov.et
Nu Hordofaa!
Nu Hordofaa!
 
 
 
2525
2 Comments
13 Shares
 
Like
 
 
 
Comment
 
 
Share
 
 
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE - (Ebla 16,2…

  __//__ Qopheessummaa Mana Maree Federeeshiniitiin Mootummoota Naannolee kanneenii kan hirmaachise waltajjichi "Ollummaa Gaariin Badhaadhina Itoophiyaaf" mata duree jedhuun taa'amaa jira. Mootummoonni Naannolee ollaa walii jiraatan dhimmoota waloo irratti waldeeggaruufi qindoominaan akka hojjetaniif...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 15,20…

  __//__ Korichi Gabaasa Biiroo Misooma Magaalaafi Manneenii, Biiroo Bulchiinsaafi Itti Fayyadama Lafaa, Biiroo Misooma Intarpiraayiziifi Industirii, Biiroo Daldalaa, Komiishinii Invastimantii, WALQO, Waldaa Aksiyoona Daldala Faayinaansii Meeshaalee Kaappitaalaa, Ejensii Dhimma Hawaasa Misoomaaf...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 15, 2…

  __//__ Korichi Gabaasa raawwii hojii Waajjira Pireezidaantii MNO, Mana Murtii Waliigalaa, Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa, Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa, Komiishinii Poolisii, Komiishinii Manneen Sirreessaa, Komiishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa, Ejensii Galmeessa Ragaalee...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Ebla 14,20…

  __//__ Koreen kun, gabaasa raawwii hojii Biiroo Paablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa, A/T/ Saayinsii, Teeknolojii Qunnamtiifi Odeeffannoofi Yuunivarsitii Naannoo Oromiyaa qorateera. Raawwii hojii Biiroo Paablik Sarvisiin walqabatee, kenniinsa tajaajilaa fooyyessuuf leenjiiwwan jijjiirama...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 14,20…

CAFFEE - (Ebla 14,2013): Ittigaafatamummaa dachaa qabnu beeknee hirmaannaa nurraa eegamu taasisuun biyya keenya gara demokiraasii dhugaatti ceessisuu  qabna jedhan Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo.

  __//__ Konfiraansiin Liigii Dubartoota Partii Badhaadhinaa Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Keessummaa Kabajaa Konfiransichaa kan ta'an Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo haasawaa hirmaattota konfiransichaaf taasisaniin filannoon dhufu bilisa, hunda hirmaachisaafi...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Ebla 13,20…

  __//__ Koreen kun, gabaasa raawwii Abbaa Taayitaa Galiiwwanii, Biiroo Maallaqaafi Walta'iinsa Diinagdee, Komiishinii Karooraafi Misooma Diinagdee, Ejensii Bittaaf Dhabamsiisa Qabeenyaafi Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaa gamaaggamee jira. Korichi, raawwii Biiroo MWD qorateen...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000