Mata Duree

CAFFEE - (Amajji 05,2013): Koreen Dhaabbii Caffee Aanaalee Godina Harargee Lixaa gara garaatti hojiilee misoomawwan bu'uuraa daawwataa jira

.
___//___
Koreen Dhaabbii kun Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaafi Aanaa Odaa Bultumitti, Misoomawwan bu'uuraa garaa garaa daawwateera.
Koreen kun Magaalaa Baddeessaatti Jiddugala Gabaa Jimaa Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 34 caaluun ijaaramaa jiruufi Hospitaala Magaalaa Baddeessaa osoo hin xummuuramiin waggoota 10 lafarra harkifate daawwateera.
Aanaa Odaa Bultumittis Daandiin Km 7.5 gandoota baadiyyaa jaha walqunnamsiisuufi hojii misooma sululaa akkasumas Ashaaraa Magaariisaatiin biqiltuuwwan dhaabbatan hojiilee misoomaa daawwataman keessaayi.
Komiiwwan harkifachuu Hojii Pirojektoota garaagaraa ummatarraa ka'aniifi dhimmoota biroo hedduurratti koreen kun mari'achaa jiraachuu, Dursaan Garee Koree Dhaabbii Caffee, Obbo Lachisaa Hayyuu Himaniiru.
OBN gabaase
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE - (Ebla 16,2…

  __//__ Qopheessummaa Mana Maree Federeeshiniitiin Mootummoota Naannolee kanneenii kan hirmaachise waltajjichi "Ollummaa Gaariin Badhaadhina Itoophiyaaf" mata duree jedhuun taa'amaa jira. Mootummoonni Naannolee ollaa walii jiraatan dhimmoota waloo irratti waldeeggaruufi qindoominaan akka hojjetaniif...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 15,20…

  __//__ Korichi Gabaasa Biiroo Misooma Magaalaafi Manneenii, Biiroo Bulchiinsaafi Itti Fayyadama Lafaa, Biiroo Misooma Intarpiraayiziifi Industirii, Biiroo Daldalaa, Komiishinii Invastimantii, WALQO, Waldaa Aksiyoona Daldala Faayinaansii Meeshaalee Kaappitaalaa, Ejensii Dhimma Hawaasa Misoomaaf...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 15, 2…

  __//__ Korichi Gabaasa raawwii hojii Waajjira Pireezidaantii MNO, Mana Murtii Waliigalaa, Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa, Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa, Komiishinii Poolisii, Komiishinii Manneen Sirreessaa, Komiishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa, Ejensii Galmeessa Ragaalee...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Ebla 14,20…

  __//__ Koreen kun, gabaasa raawwii hojii Biiroo Paablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa, A/T/ Saayinsii, Teeknolojii Qunnamtiifi Odeeffannoofi Yuunivarsitii Naannoo Oromiyaa qorateera. Raawwii hojii Biiroo Paablik Sarvisiin walqabatee, kenniinsa tajaajilaa fooyyessuuf leenjiiwwan jijjiirama...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 14,20…

CAFFEE - (Ebla 14,2013): Ittigaafatamummaa dachaa qabnu beeknee hirmaannaa nurraa eegamu taasisuun biyya keenya gara demokiraasii dhugaatti ceessisuu  qabna jedhan Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo.

  __//__ Konfiraansiin Liigii Dubartoota Partii Badhaadhinaa Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Keessummaa Kabajaa Konfiransichaa kan ta'an Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo haasawaa hirmaattota konfiransichaaf taasisaniin filannoon dhufu bilisa, hunda hirmaachisaafi...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Ebla 13,20…

  __//__ Koreen kun, gabaasa raawwii Abbaa Taayitaa Galiiwwanii, Biiroo Maallaqaafi Walta'iinsa Diinagdee, Komiishinii Karooraafi Misooma Diinagdee, Ejensii Bittaaf Dhabamsiisa Qabeenyaafi Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaa gamaaggamee jira. Korichi, raawwii Biiroo MWD qorateen...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000