Mata Duree

CAFFEE - (Amajjii 05,2013): Jilli Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaatti daawwannaa taasise.

 
___//___
Koreen kun, marii hawaasa waliin taasiseen inshuraansii fayyaa irraa fayaidaan argachaa jiran olaanaa ta'uu eeru. Haa ta'u malee, bishaan dhugaatii rakkoo hammaataaf kan isaan saaxile ta'uu ibsuun akkam fakkeenyaatti bishaan jaarikaana tokko Hanga Qarshii 50tti bitanii fayyadamaa jiraachuu himu.
Walumaagalatti, komiiwwan ummanni Aanicha kaasu deebisuuf adda durummaan hooggansiifi ummanni waliin qindoomuun yoo hojjetan furmaata ni argata kan jedhan Obbo Tasfaayeen Gashoo Dursaa Garichaafi Dura Taa'aa Koree Dh/Dh/Misooma Qabeenya Namaa Caffeeti.
Kana malees, Caffeen komiiwwan ka'an furmaata akka argataniif qaamolee Mootummaa dhimmi ilaaluuf dhiyeessuun kan hordofu ta'uu ibsan.
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE - (Ebla 16,2…

  __//__ Qopheessummaa Mana Maree Federeeshiniitiin Mootummoota Naannolee kanneenii kan hirmaachise waltajjichi "Ollummaa Gaariin Badhaadhina Itoophiyaaf" mata duree jedhuun taa'amaa jira. Mootummoonni Naannolee ollaa walii jiraatan dhimmoota waloo irratti waldeeggaruufi qindoominaan akka hojjetaniif...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 15,20…

  __//__ Korichi Gabaasa Biiroo Misooma Magaalaafi Manneenii, Biiroo Bulchiinsaafi Itti Fayyadama Lafaa, Biiroo Misooma Intarpiraayiziifi Industirii, Biiroo Daldalaa, Komiishinii Invastimantii, WALQO, Waldaa Aksiyoona Daldala Faayinaansii Meeshaalee Kaappitaalaa, Ejensii Dhimma Hawaasa Misoomaaf...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 15, 2…

  __//__ Korichi Gabaasa raawwii hojii Waajjira Pireezidaantii MNO, Mana Murtii Waliigalaa, Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa, Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa, Komiishinii Poolisii, Komiishinii Manneen Sirreessaa, Komiishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa, Ejensii Galmeessa Ragaalee...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Ebla 14,20…

  __//__ Koreen kun, gabaasa raawwii hojii Biiroo Paablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa, A/T/ Saayinsii, Teeknolojii Qunnamtiifi Odeeffannoofi Yuunivarsitii Naannoo Oromiyaa qorateera. Raawwii hojii Biiroo Paablik Sarvisiin walqabatee, kenniinsa tajaajilaa fooyyessuuf leenjiiwwan jijjiirama...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Ebla 14,20…

CAFFEE - (Ebla 14,2013): Ittigaafatamummaa dachaa qabnu beeknee hirmaannaa nurraa eegamu taasisuun biyya keenya gara demokiraasii dhugaatti ceessisuu  qabna jedhan Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo.

  __//__ Konfiraansiin Liigii Dubartoota Partii Badhaadhinaa Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Keessummaa Kabajaa Konfiransichaa kan ta'an Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo haasawaa hirmaattota konfiransichaaf taasisaniin filannoon dhufu bilisa, hunda hirmaachisaafi...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Ebla 13,20…

  __//__ Koreen kun, gabaasa raawwii Abbaa Taayitaa Galiiwwanii, Biiroo Maallaqaafi Walta'iinsa Diinagdee, Komiishinii Karooraafi Misooma Diinagdee, Ejensii Bittaaf Dhabamsiisa Qabeenyaafi Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaa gamaaggamee jira. Korichi, raawwii Biiroo MWD qorateen...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000