Mata Duree

CAFFEE - (Mudde 02,2013): Naamusa gaariin dhaloota ijaaruun milkaa’ina badhaadhina biyyaa keessatti qoodni qabu olaanaadha kan jedhan Afyaa’ii I/A/Caffee Oromiyaa Aadde Maahbubaa Adami.

 
__//__
Hanniifi hojimaanni badaan guddina biyyaa kan quucarsu ta’uu kan eeran Aadde Maahbubaan, dhaloota malaammaltummaa ciiga’uufi balaaleffatu ijaaruu keessatti hunduu gahee isaa bahachuu akka qabus dhaamaniiru. Dhaloonni naamusa gaariin ijaarame guddina biyyaa keessatti shoorri inni qabu olaanaa waan ta’eef, imala badhaadhinaa jalqabne milkeessuufis amanamummaan ummata keenya tajaajiluu qabna jedhan.

 

Guyyaan Farra Malaammaltummaa Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Marsaa 15ffaaf mata duree “Dhaloota Hannaafi Hojimaata Badaa Baachuu Hin Dandeenye Ijaaruufi Naamusa Cimaan Hoogganuun Imala Badhaadhinaa Haa Milkeessinu” jedhuun sadarkaa garaa garaatti kabajamaa tureera. Hojjettoonni Waajjira Caffees guyyicha Marii Paanaaliin kabajanii jiru.
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE - (Amajjii 19…

  ___//____ Koreen kun, gabaasa raawwii hojii Biiroo Misooma Qabeenya Bishaaniifi Inarjii, Abbaa Taayitaa Daandiiwwanii, Abbaa Taayitaa Geejibaa, Abbaa Taayitaa Misooma Albuudaa, Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Misoomaafi Abbaa Taayitaa Konistraakshinii Oromiyaa gamaaggamuun ciminaaleefi...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Amajjii 18…

  __//__ Caffeen hojii hordoffiifi to’annoo karaa Koreewwan Dhaabbii isaa kan hojjetu yommuu ta’u, tooftaaleen hordoffiifi to’annoon ittiin gaggeeffamus, karooraafi baajata jalqaba waggaa irratti raggaase ilaalchisee hojiirra oolmaa isaa gabaasawwan qaamolee mootummaafi...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Amajjii 04…

  __//__ Jilli kun, misoomawwan bu’uuraa Magaalaa Yaa'a Bal'oo, omisha kilaastera Qamadiifi Piroojeektii mana barumsa bultii addaa, Aana Yaa'a Bal'ootti raanchii hawaasaa dawwatanii jiru. Aanaan kun, naannoo horsiise bulaan kan beekamu yommuu...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Amajjii 04…

  ___//___ Daawwannaa taasifameen, Aanichatti Koreen kun Piroojeektii bishaan dhugaatii, riqicha, BLTO, Kilaastara Bunaa, Jallisiifi Giddugala Dargaggoo daawwatee jira. Piroojeektiin walqabatee, bishaan dhugaatii, riqichaafi jallisiin haala gaariin yeroo qabameef keessatti ijaarsisaa xumuuramaa kan...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Amajji 05…

. ___//___ Koreen Dhaabbii kun Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaafi Aanaa Odaa Bultumitti, Misoomawwan bu'uuraa garaa garaa daawwateera. Koreen kun Magaalaa Baddeessaatti Jiddugala Gabaa Jimaa Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 34 caaluun ijaaramaa jiruufi Hospitaala...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Amajjii 05…

  ___//___ Koreen kun, marii hawaasa waliin taasiseen inshuraansii fayyaa irraa fayaidaan argachaa jiran olaanaa ta'uu eeru. Haa ta'u malee, bishaan dhugaatii rakkoo hammaataaf kan isaan saaxile ta'uu ibsuun akkam fakkeenyaatti bishaan...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000