CAFFEE - (Onk. 25,2013): Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa raawwii kurmaana 1ffaa manneen hojii 9 gamaaggameera. __//__
___//____ Koreen kun, gabaasa raawwii hojii Biiroo Misooma Qabeenya Bishaaniifi Inarjii, Abbaa Taayitaa Daandiiwwanii, Abbaa Taayitaa Geejibaa, Abbaa Taayitaa Misooma Albuudaa, Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Misoomaafi Abbaa Taayitaa Konistraakshinii Oromiyaa gamaaggamuun ciminaaleefi...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Caffeen hojii hordoffiifi to’annoo karaa Koreewwan Dhaabbii isaa kan hojjetu yommuu ta’u, tooftaaleen hordoffiifi to’annoon ittiin gaggeeffamus, karooraafi baajata jalqaba waggaa irratti raggaase ilaalchisee hojiirra oolmaa isaa gabaasawwan qaamolee mootummaafi...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Jilli kun, misoomawwan bu’uuraa Magaalaa Yaa'a Bal'oo, omisha kilaastera Qamadiifi Piroojeektii mana barumsa bultii addaa, Aana Yaa'a Bal'ootti raanchii hawaasaa dawwatanii jiru. Aanaan kun, naannoo horsiise bulaan kan beekamu yommuu...
Gutuu isaa Dubbisuuf___//___ Daawwannaa taasifameen, Aanichatti Koreen kun Piroojeektii bishaan dhugaatii, riqicha, BLTO, Kilaastara Bunaa, Jallisiifi Giddugala Dargaggoo daawwatee jira. Piroojeektiin walqabatee, bishaan dhugaatii, riqichaafi jallisiin haala gaariin yeroo qabameef keessatti ijaarsisaa xumuuramaa kan...
Gutuu isaa Dubbisuuf. ___//___ Koreen Dhaabbii kun Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaafi Aanaa Odaa Bultumitti, Misoomawwan bu'uuraa garaa garaa daawwateera. Koreen kun Magaalaa Baddeessaatti Jiddugala Gabaa Jimaa Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 34 caaluun ijaaramaa jiruufi Hospitaala...
Gutuu isaa Dubbisuuf___//___ Koreen kun, marii hawaasa waliin taasiseen inshuraansii fayyaa irraa fayaidaan argachaa jiran olaanaa ta'uu eeru. Haa ta'u malee, bishaan dhugaatii rakkoo hammaataaf kan isaan saaxile ta'uu ibsuun akkam fakkeenyaatti bishaan...
Gutuu isaa DubbisuufOffice Opening hour
Monday - Friday: Morning: 08:30am - 12:30 pm Afternoon: 01:30 pm - 05:30 pm
CALL US: Tel: +251-113-72-62-18
Fax: +251-113- 71-48-04
P.O. Box:21383 - 1000