Print Labsii bara 2003 163/2003-Labsii Qaamoota Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irraa Deebiidhaan Gurmeessuufi Aangoo Hojii isaanii Murteessuuf bahe/A proclamation to provide for the reorganazation and redefinition of the power and Duties of the excutive organs of the ONRS 164/2003-Labsii Dhaabbata Sabqunnamtii Oromiyaa Hundeesuuf Bahe/A proclamation To Ammend The Oromia Mass Media Organization 165/2003-Labsii Baajata Dabalataa Bara 2003 hojiiwwan Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif Labsame/Supplementary Budget Proclamation of 2003 Ethiopian Fisical year for Oromia National Regional State Services 166/2003-Labsii Baajata Bara 2004 hojiiwwan Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif Labsame/BUdget proclamation for 2004 E.C Oromia National Regional state Services 167/2003-Labsii koomishinii Hiikaa Heeraa Mootummaa Naannoo Oromiya Hundeessuu,Aangoofi Hojimaatasaa Murteessuuf Bahe/A procalamation Encacted To Establish Oromia Region Constitutional Interpretation Commission and Determine its Power and duties 168/2003-Labsii Gumii Calaltuu Heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa Hundeessuu,Aangoofi Hojimaatasaa Murteessuuf Bahe/A procalamation Encacted To Establish counsil of Constitutional Inquity of oromia Regional State 169/2003-Labsii Qabeenyi Ittiin Beeksifamuufi Galmaa'u Murteessuuf Bahe Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa/The Disclosure and Registartions of Asset