Labsii Bara 1999
119/1998 Labsii Filannoo Miseensota Manneen Marii Aanaa, Gandaafi Magaalotaa Murteessuuf Bahe
121/1999 Labsii Abbaa Qabeenyummaa Kondominiyamii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe
123/1999 Labsii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Labsii Lak.61/1994 fooyyessuuf Bahe
126/1999 Labsii Dabalata Baajata Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif Labsame
127/1999 Labsii Baajata Hojiwwan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bara 2000f Labsame
128/1999 Labsii Mannetii Murtii Hawaasummaa Gandaa Irra Deebi’anii Dhaabuufi Aangoosaanii Murteessuuf Bahe