Labsii Bara 1994
46/1994-Labsii heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa Kan bara 1994 fooyya'ee bahe raggaasuuf bahe
53/1994-Labsii Manneen Murtii shar'iaa oromiyaa cimsuuf bahe
59/1994-Labsii baajata hojiiwwan Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif labsame
60/1994-Labsii Hundeessaa Mana Mariifi Waajjira Qindeessiituu Ittisaafi To'annoo HIV/AIDS Naannoo
62/1994-Labsii Koomishinii misoomaa horsiisee bulaa oromiyaa hundeessuuf bahe