Print Labsii Bara 1990 21/1990-Labsii heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa fooyyeessuuf bahe 22/1990-Labsii Ummatni miseensota caffee filate irratti ennaa amantaa dhabu tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee labsame 23/1990-Labsii Naannoo Oromiyaatti haala itti fayyadama lafa baadiyyaa hojii investimeentii murteessuuf fooyyeessaa bahe