¬¬__//__ Karooraafi baajata Caffeen raggaaseen ji’oottan jahan darban keessatti, gaaga’amni adda addaa nagaafi tasgabbiin dhabamuun, COVID - 19, weerarri hawwaannisaa jiraatus milkaa’ina hunda galeessa ummanni keenya irraa fayyadamuu danda’u galmeessuuf mootummaan...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo haasawaa Yaa’ii Idilee 13ffaa Waggaa 6ffaa BHC 5ffaa irratti taasisaniin karoora Imala Badhaadhinaa bara 2013f qabame, guutummaa guututti xumuuruuf waadaa ummataaf galle hojiirra oolchuun...
Gutuu isaa Dubbisuuf**** Fardeeniifi gootota Oromoo tarsiimoo ogummaa loltummaa qaban hedduu keessaa kan akka Gabayyoo Gurmuu, Baalchaa Saafoo, Qusee Diinagdee /Fitaawuraarii Habtagoorgis/, Gabramaariyaam Gaarii gootota Oromoon biyyaaf gumaache kanneeniin alatti waa’ee injifannoo Adawaa...
Gutuu isaa DubbisuufCAFFEE - (Guraandhala 10, 2013): BEEKSISA Miseensota Caffee Oromiyaa Hundaaf ___//___ Walgahiin Idilee 13ffaa Waggaa 6ffaa Bara Hojii Caffee 5ffaa Guraandhala 19 Bara 2013 irraa eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Odaatti ni gaggeeffama. Kanaafuu, Miseensonni...
Gutuu isaa Dubbisuuf___//____ Koreen kun, gabaasa raawwii hojii Biiroo Misooma Qabeenya Bishaaniifi Inarjii, Abbaa Taayitaa Daandiiwwanii, Abbaa Taayitaa Geejibaa, Abbaa Taayitaa Misooma Albuudaa, Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Misoomaafi Abbaa Taayitaa Konistraakshinii Oromiyaa gamaaggamuun ciminaaleefi...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Caffeen hojii hordoffiifi to’annoo karaa Koreewwan Dhaabbii isaa kan hojjetu yommuu ta’u, tooftaaleen hordoffiifi to’annoon ittiin gaggeeffamus, karooraafi baajata jalqaba waggaa irratti raggaase ilaalchisee hojiirra oolmaa isaa gabaasawwan qaamolee mootummaafi...
Gutuu isaa DubbisuufOffice Opening hour
Monday - Friday: Morning: 08:30am - 12:30 pm Afternoon: 01:30 pm - 05:30 pm
CALL US: Tel: +251-113-72-62-18
Fax: +251-113- 71-48-04
P.O. Box:21383 - 1000