Affeerraa Yaada Ummataa
ย
Qaamoleen Mootummaa seera burqisiisuu akka dandaโan mirgi seeraan kennameefi jira. Caffeen ammoo hojimaata wixinee seeraa qoratee Yaaโii Caffeedhaan itti mirkaneessu ni qaba. Waggoota darban keessa seerota Qaamolee Mootummaafi Manneen Hojii Mootummaatiin wixineeffamanii Caffeef dhiyaatan 218 karaa hojimaatasaa hordofeen Yaaโii Caffeetiin raggaasifamanii jiru.
Haa taโu malee, Caffeen hojimaata wixineewwan seeraa qoratee ittiin raggaasisu kan qabu taโus, sadarkaalee seerota hanga wixineessutti jiran ilaalchisee hojimaati seeraan taaโe waan hin jirreef hin jiru.ย ย
Wixinee Labsii Sirna Qophii Wixinee Seeraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe kana qopheessee jira. Kanaaf, Caffeen Oromiyaa ummati Naannoo keenyaa, keessattuu, qorattootiifi ogeessoti seeraa wixinee labsii kanarratti yaada qaban akka kennan affeeree jira. Yaada nuu kennitaniif dursinee galateeffanna.
yaada keessaan karaย ย ย ย ย E-mail:ย ย This email address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view it.ย yknย Toora Facebook'n :CaffeeOromia
WixineeLabsiiSirna Qophii Wixinee Seeraa Mootummaa Naannoo
OromiyaaMurteessuuf Bahe, Labsii Lak._____/2011