Mata Duree

WAAMICHA WALGAHII CAFFEE

Kabajamtoota Miseensota Caffee Hundaaf

str1

Walgahii Idilee 4ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 5ffaa Adoolessa 08/2008 irraa eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti ni adeemsifama. Kanaafuu, miseensonni Caffee Oromiyaa hundi waraqaa eenyummeessaa Miseensa Caffee ta’uu keessan ibsu qabattanii Adoolessa 07/2008waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti argamuun akka gabaastan isin beeksifna.

Kookasiin Dubartootaa Adoolessa 07/2008 sa’aa 2:30 irraa eegalee waan adeemsifamuuf, Kabajamtoonni Dubartoonni Miseensota Caffee taatan Adoolessa 06/2008 Magaalaa Adaamaa galtanii akka bultan isin beeksifna.

Waajjira Caffee Oromiyaa

Finfinnee

  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Seeronni bara kana ragga’an duudhaa Oromoo giddu gala kan godhatan yoo ya’u, Labsiin Buusaa Gonofaa - aadaa walgargaarsa Oromoon Sirna Gadaan itti fayyadamaa ture deebisanii dhaabuuf, dagaagsuufi bu’uura dhalootaa taasisuuf...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Argannoolee Odiitii herreega baroota dabranii maallaqaan akka deebi’uuf yaanni itti kennamee ture kan akka kaffaltii caalmaa, baasii seeraan alaa, kuufama herreega galii gibiraa, taaksiifi galii hir’inaan sassaabame ilaalchisee manneen hojii...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Gosoonni odiitii bara kana gaggeeffamaa turan, raawwii odiitii faayinaansiifi seera qabeessummaa, odiitii intiriimii, odiitii addaa, odiitii raawwiifi odiitii naannooti. Bara 2013 hordoffii argannoowwan odiitii gabaafaman irratti tarkaanfii fudhachuu isaanii mirkaneessuuf karoorfame...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

CAFFEE – (Adoolessa 14,2014): Manneen Murtii Aadaa hundeessine yeroo gabaabaatti bu’aa olaanaa kan buusan yoo ta’u, galteewwan nuuf kennaman ammoo fudhannee irratti hojjanna kan jedhan Pireezidaantii I/Aanaa MMWO Kab. Obbo...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Kaayyoon hundeeffama Mana Murtii Aadaa ummanni keenya seera aadaafi duudhaa bu’uureffachuun wal diddaa akka hiikkatu taasisuu, kenna haqaa seera aadaa irratti hundaa’e, dhugaafi haqa baasuun hariiroo hawaasummaa waldhabdootaa cimsuu danda’u...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  __//__ Qulqullina tajaajila abbaa seerummaa fooyyessuuf, loogiirraa bilisa, fayyaalummaa, gahumsi ogummaa, qabiinsa maamilaafi dhimmoota walfakkaatan irratti murtii walfaakkaataan kennuun qulqullina hojii keenyaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjechaa turuu isaanii gabaasa Caffeef dhiyeessan...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000