Affeerraa Yaada Ummataa
Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii Bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Qophaaโe fi Wixinee Labsii Sirna Buusaa Gonofaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Qophaaโe Bahe kana qopheessee jira. Kanaaf, Caffeen Oromiyaa ummati Naannoo keenyaa, keessattuu, qorattootiifi ogeessoti seeraa wixinee labsii kanarratti yaada qaban akka kennan affeeree jira. Yaada nuu kennitaniif dursinee galateeffanna.
Email :- This email address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view it.
Teelegraama: Https://t.me/CaffeeOromia
Wixinee Labsii Bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Qophaaโe
Wixinee Labsii Sirna Buusaa Gonofaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Qophaaโe