Mata Duree

CAFFEE - (Waxabajjii 28,2013): Waamicha Walgahii Caffee Oromiyaa MISEENSOTA CAFFEE OROMIYAA HUNDAAF

 

 
__//__
Walgahiin Idilee 14ffaa Waggaa 6ffaa Bara Hojii Caffee 5ffaa Adoolessa 07 Bara 2013 irraa eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti ni gaggeeffama.
Kanaafuu, Miseensonni Caffee Oromiyaa hundi Waraqaa Eenyummeessaa Miseensa Caffee ta’uu keessan ibsu qabachuun Adoolessa 06 Bara 2013 waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti argamuun akka gabaastan isin beeksifna.
Dubartoonni Miseensa Caffee taatan, Kokasiin Dubartootaa Adoolessa 06 Bara 2013 waan gaggeeffamuuf, Adoolessa 05 Bara 2013 Magaalaa Adaamaa galtanii akka bultan isin beeksifna.
Waajjira Caffee Oromiyaa
Finfinnee
***
Beeksifni Waamichaa kun, Waxabajjii 28 Bara 2013 irraa eegalee guyyoota arfan itti aananiif karaa OBN Oduutti aanee waan darbuuf hordofaa.
 
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE: (Fulbaana 15…

Jalqabarratti, kabajamtoota miseensota Caffee Bara Hojii Caffee 5ffaa, Yaa’ii Xumuraafi Sirna Gaggeessaa kanarratti argamtan hundaan; Baga Jala Bultii Ayyaana Masqalaafi Irreechaatiin isin Gahe. Barri Hojii Caffee 5ffaa addadurummaan , bara jijjiiramni...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Fulbaana 1…

Caffeen yeroo ce’uumsaa kun bara 1985 irraa eegalee hanga 1987 filannoo biyyaalessaa marsaa 1ffaa gaggeeffamuutti itti fufuun Yaa’iiwwan adda addaa gaggeesseen seerota 8 baasuufi caasaa isa hojjachiisuu danda’u diriirsuun, karooraafi...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Fulbaana 1…

  _//_ Caffeen Bara Hojii 5ffaa Yaa'ii Xumuuraa Fulbaana 15 Bara 2014 Waaree Dura taa'u ilaalchisee hojiiwwan jalqabe xumuuruu waan qabuuf Wixineewwan Labsii Lama (Gurmaa'ina Caffeefi Qaama Raawwachiiftuu) yeroo dheeraaf qorannoon irratti...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Fulbaana 1…

A Caffeen Oromiyaa, Caffee sirna Gadaa bu'uura godhachuun aadaa, duudhaafi seenaa uummata keenya kaleessaafi har'aa giddu galeeffachuun naannicha keessatti qaama mootummaa olaanaa isa seera baasu ta'ee guyyaa hundaa'e irraa eegalee IMALA...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  __//__ Wixinee Labsii Mana Murtii Aadaa Oromiyaa Hundeessuufi Beekkamtii Kennuuf Qophaa'e ilaalchisee Yaada Murtii Caffeef kan dhiyeessan Obbo Issaa Boruu D/Taa'aa Koree Dh/Dhimma Bulchiinsaafi Seeraafi barbaachisummaa waltajjichaa ilaalchisee ibsa kan kennan...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  __//__ Manneen Murtii Oromiyaa, dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadu jedhamanii adda bahan kan akka ragaa sobaa, himannaa sobaa qulqulleessuun hojjachuu, daa'imman, dubartootaafi qaama miidhamtootaaf xiyyeeffannoo addaa kennuu, hundeeffama mana murtii aadaa Oromiyaa hojiirra...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000