Miseensota Caffee Oromiyaa Hundaaf Caffee:Waxabajjii 21/2010
____ // _____
Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 8ffaa Waggaa 3ffaa Bara Hojii 5ffaa Waxabajjii 30/2010 irraa eegalee ni gaggeessa jedhamee eegama. Miseensonni Caffee Oromiyaas Waxabajjii 29/2010 Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti waaree booda sa'aa 8:30 irraa eegalee argamuun akka beeksiftan ibsaa, beeksisa karaaย #OBNย Oduu galgalaa sa'aa tokkootti aansee Waxabajjii 22/2010 irraa eegalee darbuu akka hordoftan ibsina.