Baga Nagaan Gara Weebsaayitii
Caffee Oromiyaa dhuftan!
Caffeen Oromiyaa qaama abbaa aangoo isa Ol’aanaa dha. Naannichaati Caffeen Oromiyaa hundaa ol gartuummaa fi aantuummaa isa filateeti,Caffeen Oromiyaa Dagaaginaa sirna Dimookiraasii fi dhugoomina bulchiinsaa gaarii fi qaamaa abbummaan hojjachaa jiru dha. Caffeen Oromiyaa ol’aantummaan seeraa sharafamaa tokko malee akka mirkana’uu fi kutannoon qaamaa hojjechaa jiru dha!
Ergama
Seerota Imaammataa fi Tarsiimoo Mootummaa saffinaan hojiirra oolchuuf dandeessisan qorachuun uummata hirmaachisuun baasuu, karooraafi baajata qaamolee mootummaa raggaasuun raawwiisaa hordofuufi to’achuu akkasumas Manneen Maree Uummataa sadarkaa sadarkaan jiran dandeettii raawwachiisummaa isaanii cimsuun hojiilee bakka bu’ummaa isaanii ga’umsaan raawwachuu akka danda’an deeggarsa barbaachisaa kennuun, uummata naannichaa gama hundaanuu fayyadamaa taasisuu.
Mul’ata
Bara 2012tti Oromiyaa naannoo diimokiraasiifi bulchiinsi Gaariin keessatti dagaage taasisuu.