Adeemsaalee Hojii Ijoo Kenna Deggarsaa Oggumaa
Adeemsaalee Hojii Ijoo Kenna Deggarsaa Oggumaa
____//____Koreen kun, gamaaggama taasiseen gama barnootaatiin, hojiin baruufi barsiisuu Afaan Oromootiin Naannolee biroofi Finfinnee keessatti gaggeeffamaa jiru cimee itti fufuu kan qabu ta’uu ibsuun hordoffiifi to’annoon dhaabbilee barnoota dhuunfaa irratti...
Gutuu isaa Dubbisuuf______//________Qophii karoora bara 2012 irratti hundaa'uun raawwii hojii Kurmaana 1ffaa kan xiinxale koreen kun, dubartoonniifi dargaggoonni hojii kenna tajaajila lammummaa keessatti hirmaannaan taasisaa turan, aadaan qusannoo dubartootaa, bakka oolmaa Ispoortii...
Gutuu isaa Dubbisuuf______ //______ Koreen kun, gabaasa raawwii hojii Biiroo Maallaqaafi Walta'iinsa Diinagdee, A/T/Galiiwwanii, Komiishinii Karooraafi Misooma Dinagdee, Mana Hojii Odiitara Muummichaafi Ejensii Bittaafi Dhabamsiisa Qabeenya Oromiyaa dhaggeeffatee kallattii kaa'eera. Bu'uuruma kanaan, karoora hirmaachisaa...
Gutuu isaa Dubbisuuf______//______ Manneen hojii Koree kanaan hordofaman, Biiroo Misooma Qabeenya Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa, A/T/ Daandiiwwan Oromiyaa, A/T/Geejjiba Oromiyaa, A/T/ Konistiraakshinii Oromiyaa, A/T/ Dhaabbilee Misoomaa Oromiyaafi A/T/ Misooma Albuudaa Oromiyaa yommuu ta'an manneen...
Gutuu isaa Dubbisuuf_____//_____Koreen kun, gabaasa raawwii hojii Waajjira Pireezidaantii MNO, Mana Murtii Waliigala Oromiyaa, Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa, Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa, Komiishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa, Komiishinii Poolisii, Komiishinii Bulchiinsa Manneen Sirreessaa...
Gutuu isaa DubbisuufKoreen kun, gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa taasiseen, Gabaasa Biiroo Paablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa, A/T/ Saayinsii, Teeknoloojiifi Qunnamtii Odeeffannoofi Yuunivarsitii Naannoo Oromiyaa dhaggeeffatee jira. Gamaaggama taasise keessattis, seektaroonni Paablik Sarvisiifi...
Gutuu isaa DubbisuufOffice Opening hour
Monday - Friday: Morning: 08:30am - 12:30 pm Afternoon: 01:30 pm - 05:30 pm
CALL US: Tel: +251-113-72-62-18
Fax: +251-113- 71-48-04
P.O. Box:21383 - 1000