Mata Duree

CAFFEE - (Fulbaana 19 Bara 2012): Haala Kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 14ffaa Magaalaa Finfinneetti Sadaasa 29 Bara 2012 kabajamu ilaalchisee ibsi waloo kenname.


____//_____

Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 14ffaa Sadaasa 29/2012 Qopheessummaa Naannoo Oromiyaatiin handhuura Oromiyaa kan taate Magaalaa #FINFINNEEtti ni kabajama.

Guyyaan kun, Guyyaa Heerri Mootummaa Rippaabiliika Demokiraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa Sadaasa 29 Bara 1987 itti mirkanaa’e sababeeffachuun waggaa waggaan Naannolee adda addaafi bulchiinsota Magaalaa lamaan keessatti kabajamaa kan tureefi bara kana ammoo Marsaa 14ffaaf kan kabajamu ta'a.

Ibsa kana miidiyaaleef kan kennan Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Kab. Addee Loomii Badhoofi Afyaa'ii Mana Maree Federeeshinii Kab. Addee Keeriyaa Ibraahim waliin ta'uun haala kabaja ayyaanichaafi qophii taasifamaa jiru irratti miidiyaalee adda addaaf Magaala Finfinnee Galma Mana Maree Federeeshiniitti ibsa kennanii jiru.

  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE – (Gur. 11,20…

CAFFEE – (Gur. 11,2012): Caffeen Oromiyaa muudama qaama raawwachiisaa adda addaa Pireezidaantii MNO Kabajamoo Obbo Shimallis Abdiisaatiin dhiyaateef irratti mari'atee haala armaan gadiin mirkaneessee jira. Kaadhimamtoonni Miseensa Kaabinee Naannichaa ta'anii...

Gutuu isaa Dubbisuuf

muudama Pirazdaantii…

CAFFEE - (Gur. 11,2012): Caffeen Oromiyaa Kabajamoo Obbo Shimallis Abdiisaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta'anii Naannicha akka hooggananiif moggaasee jira.

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Gur. 11,20…

_____//______ Wixinee kana Caffeetti Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Dhimma Bulchiinsaafi Seeraa Kab. Obbo Issaa Boruu, Hoogganaa Komiishinii Karooraafi Misooma Dinagdee Oromiyaa Dr. Tashoomaa Addunyaafi hubachiiftonni biroo Caffeef dhiyeessanii jiru. Barbaachisummaa wixinichaa ilaalchisee...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Gur. 11,20…

___//___Wixinee kana Caffeetti Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Dhimma Baajataafi To’annoo Baasii Mootummaa Kab. Obbo Yiilmaa Wayyeessaa, Dura Taa'aa Koree Dh/Dh Bulchiinsaafi Seeraa fi Hoji Gaggeessaa Tumsaa Indoowumantii Kab. Obbo Abarraa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Gur. 11,20…

____//___Wixinee kana Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Dhimma Bulchiinsaafi Seeraa Kab. Obbo Issaa Boruu, Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Dhimma Bu’uuraalee Misoomaa Kab. Obbo Ahimad Mahaammadiifi hubachiiftonni biroo Caffeef dhiyeessanii jiru. Barbaachisummaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Gur. 11,20…

______//_______ Wixinee kana Caffeetti Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Dhimma Bu’uuraalee MIsoomaa Kab. Obbo Ahimad Mahaammad, D/T/Koree Dh/Dhimma Bulchiinsaafi Seeraa Kab. Obbo Issaa Boruufi qaamni wixinee kana qopheesse Caffeef dhiyeessanii jiru. Barbaachisummaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000