Mata Duree

Miseensota Manneen Maree Aanaale, Magaalotaafi Gandootaa

Baayi’na Miseensota Manneen Maree  Aanaale, Magaalotaafi Gandootaa (Bara Hojii 2000- 2005 jiru)
Lakk. Godinaalee Baay'ina Miseensota Manneen Maree  Aanaale /Magaalotaa Baay'ina Miseensota Manneen Maree  Gandootaa Baayi'na Manneen Maree Gandootaa
Dhiira Dhalaa Ida’ama Dhiira Dhalaa Ida’ama
  Arsii 1129 611 1740 65434 36505 101939 557
  Baale 811 385 1196 54015 21731 75746 351
  Boorana 578 254 832 41129 33744 74873 263
  Gujii 738 333 1071 54783 22077 76860 347
  Harargee Bahaa 1272 552 1824 111333 58061 169394 580
  Harargee Lixaa 974 425 1399 95017 37497 132514 472
  Iluu Abbaa Booraa 1160 476 1636 58711 20633 79344 525
  Jimmaa 1237 525 1762 94619 44359 138978 554
  Shawaa Bahaa 880 393 1273 55028 29825 84853 362
  Shawaa Kaabaa 653 245 898 52626 23778 76404 290
  Shawaa Kibba Lixaa 740 164 904 52381 20311 72692 287
  Shawaa Lixaa 1475 300 1775 97617 34492 132109 567
  Wallagga Bahaa 781 226 1007 45340 14678 60018 321
  Wallagga Lixaa 1242 444 1686 95383 31367 126750 535
  Arsii Lixaa 869 318 1187 71683 25943 97626 358
  Qeellam Wallaggaa 592 277 869 51435 25318 76753 274
  Horroo Guduru Wallaggaa 465 152 617 19075 6818 25893 196
  G/A/N/Finfinnee 1015 343 1358 42098 14685 56783 332
                 
  Ida’ama 16228 6334 22562 1146978 497089 1644067 7024
                 
  Baayinni Manneen Maree Aanalee 265
  . Baayinni Manneen Maree Magaalotaa 39, Walitti 304

 

Baay’ina Miseensota Manneen Maree Aanaalee,Magaalotaa fi Gandootaa(Bara Hojii 2006-2010 jiru)

No. Godinaalee Baay'ina Miseensota Manneen Maree  Aanaale /Magaalotaa Baay'ina Miseensota Manneen Maree  Gandootaa Baayi'na Manneen Maree Gandootaa
Dhiira Dhalaa Ida’ama Dhiira Dhalaa Ida’ama
  Arsii 902 862 1764 58543 52295 110838 562
  Baale 591 577 1168 40060 39272 79332 366
  Boorana 501 320 821 37646 34174 71820 269
  Gujii 661 498 1159 44478 34028 78506 348
  Harargee Bahaa 937 928 1865 90349 83125 173474 586
  Harargee Lixaa 772 736 1508 74615 68185 142800 479
  Iluu Abbaa Booraa 890 817 1707 41334 35238 76572 531
  Jimmaa 923 856 1779 84964 68091 153055 564
  Shawaa Bahaa 636 626 1262 40497 35682 76179 362
  Shawaa Kaabaa 494 368 862 45444 24332 69776 290
  Shawaa Kibba Lixaa 526 374 900 35537 23778 59315 289
  Shawaa Lixaa 898 743 1641 61376 51122 112498 570
  Wallagga Bahaa 556 479 1035 32747 26233 58980 320
  Wallagga Lixaa 884 776 1660 56903 49032 105935 540
  Arsii Lixaa 670 619 1289 58714 41268 99982 361
  Qeellam Wallaggaa 440 434 874 35116 32545 67661 275
  Horroo Guduru Wallaggaa 334 309 643 15247 12696 27943 196
18 G/A/N/Finfinnee 470 441 911 21080 19529 40609 187
  Ida’ama  12085  10763  22848  874650  730625  1605275 7095
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

Koreen Olaanaa Kaba…

CAFFEE - (Fulbaana 20 Bara 2011):_____//______Koreen kun, walgahiisaa jalqabaa Fulbaana 14 Bara 2012 gaggeesseen wixinee karooraa irratti mari’atee, karoorichi irra deebiin dhimmoota gurguddoo dabalamuu qaban dabalatee akkasumas, hojiiwwan ijoo Koreewwan...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Fulbaana 1…

____//_____ Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 14ffaa Sadaasa 29/2012 Qopheessummaa Naannoo Oromiyaatiin handhuura Oromiyaa kan taate Magaalaa #FINFINNEEtti ni kabajama. Guyyaan kun, Guyyaa Heerri Mootummaa Rippaabiliika Demokiraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa Sadaasa 29 Bara 1987...

Gutuu isaa Dubbisuuf

Kutaa 1ffaa (Fulbaan…

_______//_____Heera Mootummaa Naannichaa Bara 1987 ragga’e keewwata 46 (1) irratti qaamni Mootummaa Naannichaa inni seera baasuufi qaamni olaanaan Naannichaa #CAFFEE akka ta’e ni ibsa. Haa ta’u malee, akkaataa Keewwata 56 (2)n Pireezidaantichi...

Gutuu isaa Dubbisuuf

Kutaa 2ffaa (Fulbaan…

_______//__________Caffeen Oromiyaas, Manneen Maree Aanaaleefi Magaalotaatiif karaa aangoo isaaniin walitti hin buuneen yeroo yeroon hordoffiifi deggarsa barbaachisaa ta’e taasisuun cinaatti dandeettii raawwachiisummaa isaanii cimsuufis hojii bal’aa hojjechaa kan tureefi jirudha...

Gutuu isaa Dubbisuuf

Waajjirri Caffee Oro…

Waajjirri Caffee Oromiyaa hooggansaafi hojjettoota isaa waliin Qophii Karoora Waggaa Bara 2012 irratti Magaalaa Adaamaatti mari'achaa jira.

CAFFEE - (Hagayya 16 Bara 2011): _______//________ Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Addee Loomii Badhoo waltajjii kanarratti argamuun haasawaa gabaabaa taasisaniin, boqonnaa qophii karooraa kana keessatti hojii keenya wayita karoorfannu, hojiilee Caffeen raawwachuu...

Gutuu isaa Dubbisuuf

Jijjiirama biyyiifi …

Jijjiirama biyyiifi naannoon keenya keessa jirtu utubuun galmaan gahuu keessatti gaheen Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa murteessaadha jedhan Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kabajamoo Addee Loomii Badhoo.

CAFFEE - (Hagayya 02 Bara 2011) :  Kanaaf jedhan Addee Loomiin, gamaaggama manneen hojii waliin kurmaana kurmaanaan taasifnuufi raawwii hojiiwwan misoomaa, komiiwwan kenninsa tajaajilaafi gama bulchiinsa gaariin hawaasa biraa ka’an irratti...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000